Skip to main content

Posts

Featured

How to guide generation

  Hariiroo dhalootaa fi yeroo jiddu jiru ( Relation between generation and time ) dhalootaa fi yeroon walitti hidhata cimaa       qaba.dhaloonni tokko waan gaarii yookaan waan  hamaa hojjachuun dhaloota itti aanutti dhiheessauu danda'a Fakkeenyaaf dhaloonni yeroo amma keessa jirru kuni waan gaarii yoo hojjatee   dhaloota boruuf yoo dabarse. dhaloonni boruu seenaa gaarii keessatti dhaloota san dubbata. Akkasumas waan hamaa yoo hojjate dhaloonni boruu isa irraa hammeenya san dhaaluu danda'a hammeenya san yoo hin dhaalinis seenaa hamaa keessaatti isaan dubbata kanaaf dhaloonni yeroo irraaa gara yerootti gaarii fii hammeenya waliif dabarsaa deema. Akkaataan dhaloonni tokko murtii yeroo isaanii taasisan, dhaloota dhufu irra miidhaa ykn bu’aa fiduu danda’a. Dhaloonni haaraan, yeroo ammaa fi yeroo darbe ilaalchisee murtii sirrii taasifachuun faayidaa addaa fiduu danda’a.

Latest Posts

Furqan association qur'an service in whole Ethiopia 🇪🇹🇪🇹

Kalidayub